Leenjisaan Maanchistar Yunaayitid Erik ten Hag miidiyaalee waa'eesaa waan hin jirre uumanii ''oduu durii fi dhara'' walitti dabalanii odeessan himate. Ten Hag osoo dhiibbaa guddaa jala jiruuti kan ...